Zikrii wuduu'a Dura Godhamuu

 



Zikrii wuduu dura godhamu

بِسْمِ اللَّهِ
Maqaa Rabbiitiin


Zikrii wuduu booda godhamu

أَشْهَدُ أَنْ لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللَّهُ وَحْدَهُ لاَ شَرِيكَ لَهُ وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّداً عَبْدُهُ وَرَسُولُهُ
Dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha hiriyaa hin qabne malee akka hin jirre ragaan baha. Muhammadis gabrichaafi ergamaa Isaa ta’uu ragaan baha.

Comments

Popular posts from this blog

ZIKRII GALGALA JADHAMU

Utubaalee Islaamummaa Shanan

SEENAA JAABIR BIM ABDALLAH