ZIKRII GALGALA JADHAMU
ZIKRII GALGALA JADHAMUU أَمْسَيْنا وَأَمْسَى الْمُلْكُ للهِ رَبِّ الْعَالَمَيْنِ، اللَّهُمَّ إِنَّي أسْأَلُكَ خَيْرَ هَذَه اللَّيْلَةِ فَتْحَهَا ونَصْرَهَا، ونُوْرَهَا وبَرَكَتهَا، وَهُدَاهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا فيهِا وَشَرَّ مَا بَعْدَهَا Nuti galgaleessifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee galgalaaye. Rabbii Aalamaa kan tahe, Yaa Rabbi An si kadha. toltuu halkan kana keessa jiruu, Banaa isiidha, Tumsa isiidha, ifaa isiidhaa, Barakaa isiidhaa, Qajeelluma isiidhaa siin kadha. Sittiin maganfadha hamtuu halkan tana keessa jiruufi hamtuu isii booda jiru irraa.
Comments
Post a Comment