Du'aa'ii Yeroo Fuudhaa Jadhamuu

 



Du’aa’ii nama fuudheef godhamu

بَارَكَ اللَّهُ لَكَ، وَبَارَكَ عَلَيْكَ، وَجَمَعَ بَيْنَكُمَا فِي خَيْرٍ
Rabbiin barakaa siif haa godhu. Barakaa sirrattis haa godhu. Toltuudhaan jidduu keessan walitti haa qabu.


Du’aa’ii haadha manaatiin wal qunnamuun dura godhamu

بِسْمِ اللَّهِ، اللَّهُمَّ جَنِّبْنَا الشَّيْطَانَ، وَجَنِّبِ الشَّيْطَانَ مَا رَزَقْتَنَا
Maqaa Rabbiitiin; yaa Rabbi shayxaana irraa nu fageessi. Waan nuuf arjoomte irraas shayxaana fageessi.

Comments

Popular posts from this blog

ZIKRII GALGALA JADHAMU

Utubaalee Islaamummaa Shanan

SEENAA JAABIR BIM ABDALLAH