Du'aa'ii Daa'imaaf godhamuu jadhamuu

 



Waan nama daa’imni dhalateef ittiin eebbisaniifi deebii isaa

بَارَكَ اللَّهُ لَكَ فِي الْمَوْهُوبِ لَكَ، وَشَكَرْتَ الْوَاهِبَ، وَبَلَغَ أَشُدَّهُ، وَرُزِقْتَ بِرَّهُ ، وَيَرُدُّ عَلَيْهِ الْمُهَنَّــــــأُ فَيَقُولُ: (بَارَكَ اللَّهُ لَكَ وَبَارَكَ عَلَيْكَ، وَجَزَاكَ اللَّهُ خَيْراً، وَرَزَقَكَ اللَّهُ مِثْلَهُ، وَأَجْزَلَ ثَوَابَكَ)
Waan siif kenname keessa Rabbiin barakaa siif haa kaa’u. Isa siif kenne kan galateeffattu ta’i. Ga’eessuma irras haa ga’u. Toltuu isaas Rabbiin siif haa kennu. Inni eebbifamu immoo ni jedha: Rabbiin barakaa siif haa godhu. Barakaa sirras haa godhu. Mindaa toltuu siif haa godhu. Fakkaataa isaa Rabbiin siifis haa kennu. Mindaa kee haa guddisu.


Waan ilmaan ittiin tiksan

كَانَ رَسُولُ اللَّهِ صيُعَوِّذُ الحَسَنَ وَالحُسَينَ  (أُعِيذُكُمَا بِكَلِمَاتِ اللَّهِ التَّامَّةِ مِنْ كُلِّ شَيْطَانٍ وَهَامَّةٍ، وَمِنْ كُلِّ عَيْنٍ لاَمَّةٍ)
Nabiyyiin (saw) Hasaniifi Huseeniin kan armaan gadiitiin tiksu ture: jecha Rabbii guutuu ta’eenin shayxaanaafi summii ajjeeftu hunda irraa, ija (budaa) hamtuu deddeebitu irraa isin tiksa.

Comments

Popular posts from this blog

ZIKRII GALGALA JADHAMU

Utubaalee Islaamummaa Shanan

SEENAA JAABIR BIM ABDALLAH