Du’aa’ii sujuudii yeroo Qur'aanni qara’amuu

 



Du’aa’ii sujuudii yeroo Qur'aanni qara’amuu

سَجَدَ وَجْهِيَ لِلَّذِي خَلَقَهُ، وَشَقَّ سَمْعَهُ وَبَصَرَهُ بِحَوْلِهِ وَقُوَّتِهِ،

﴾فَتَبارَكَ اللَّهُ أَحْسَنُ الْخَالِقِينَ﴿
Fuulli kiyya kan tooftaafi humna Isaatiin isa uume, isa boce, dhageettiifi agartuu isaaf godheef sujuudeera. Rabbiin akkaan gaaromsee uumaa ta’e toltuun isaa baay’ateera.

اللَّهُمَّ اكْتُبْ لِي بِهَا عِنْدَكَ أَجْراً، وَضَعْ عَنِّي بِهَا وِزْراً، وَاجْعَلْهَا لِي عِنْدَكَ ذُخْراً، وَتَقَبَّلْهَا مِنِّي كَمَا تَقَبَّلْتَهَا مِنْ عَبْدِكَ دَاوُدَ
Yaa Rabbi Si biratti mindaa ittiin naaf barreessi. Isheedhaan badii narraa harcaasi. Isheedhaan si biratti kuusaa naaf godhi. Akka gabricha kee Daawud irraa qeebalte narraa qeebali.

Comments

Popular posts from this blog

ZIKRII GALGALA JADHAMU

Utubaalee Islaamummaa Shanan

SEENAA JAABIR BIM ABDALLAH