WAA TORBAN TA NAMA BALLEESSITU IRRAA BAQADHAA
Akki jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ
WAA TORBAN TA NAMA BALLEESSITU IRRAA BAQADHAA
Yaa Ergamaa Rabbii maalii dha Jarri jedhanii gaafatan (sahaabaan) Akkas jedhan.
1. Shirkii/Rabbi waliin ka biroo gabbaruu.
2. Sihrii/Falfala.
3. Nafsee rabbi laguu godhe haqaan malee ajjeesuu.
4. Dhala nyaachuu.
5. Qabeenya yataamaa nyaachuu.
6. Jihaada keessatti Yeroo kaafiraan wal gahan dheessuu.
7. Dubartii qulqulluu Zinaa dalagde jedhanii Maqaa xureessuu.
* ﻣﺘﻔﻖ ﻋﻠﻴﻪ : * * ( 89-2766 )
Nama Keyrii Baratetti Hojjatu Nu haa taasisu
Rabbiin
Woliif dabarsaa keyrii hin tuffatinaa ti.
Comments
Post a Comment