NAMOONNI WAA 5 JAALCHUUN WAA 5 IRRAA DAGATAN


NAMOONNI WAA 5 JAALCHUUN WAA 5 IRRAA DAGATAN
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Rassulli Rabbii (S.A.W) Akkana Jechuun dubbatan

1: Jiruu jaalachuun Du'a Dagatu
2: Duniyaa jaalachuun Aakhiraa Dagatu
3: Fooqii (qallaa) Jaaru jaalachuun Qabriin
jiraachuu Dagatu

4: Maallaqaa Jaalachuun Hisaaba guyyaa
Qiyaamaa irraa dagatu
5: Uumama jaalachuun Kan isaan uume
Dagatu

(Salawaatu Rabbii Wa salaamuhuu Aleeyhi)

✔ Isin Obboleeyyan Kheeyrii Tuffatuun "Share" Godhuu Hin Dagaatina.!!!

RABBIIN WARRA DAGAME IRRA NUN GODHIN

Comments

Popular posts from this blog

ZIKRII GALGALA JADHAMU

Utubaalee Islaamummaa Shanan

SEENAA JAABIR BIM ABDALLAH