kalaamni Gaariin Sadaqaa dha
NAMNI WAAN SIIN JEDHU HIN DHABU ATI KAAYYOO TEE IRRAA IF DUUBA HIN DEEBI'IN
☞Yoo dureessa taate☞waa qaba Siin jedhu
.
☞Yoo hiyyeessa taate☞si tuffatuu
.
☞Yoo furdaa taate☞Hin yaadu sin jedhu
.
☞Yoo qal'aaa taate☞dhibe qaba Siin jedhu
.
☞Yoo nama jaalatte☞faaydaadhaf Siin jedhu
.
☞Yoo nama jibbite☞nama hin jaalattu Siin jedhu
.
☞Yoo nama gorsite☞kan ofiituu hin beektu Siin jedhu
.
☞Yoo caldhiste☞garaattii dhibee baata sin jedhu
☞Yoo dubbatte☞dubbaata sii godhu
.
☞Yoo hiriyyoota waliin deemte☞sagagaaltuu sin jedhu
.
☞Yoo bultii hin qabaatin hafte sin jedhu
.
☞Yoo deegartuu☞fakkeessa sin jedhu
.
☞Yoo moormuu baatte☞shororkeessa siin jedhu
.
☞Yoo hojii qabaatte firani Siin jedhu
.
"Yoo hojii dhabdee wallaala sin jedhu!!
Safuu Namni waan naman jedhu hin dhabuu !
JAALALTI TEENYA RABBUMAAF QOFA NUUF HAA TAATU...
AMIIIIIN
LIKE SHARE......
Comments
Post a Comment